Kanneen Nu Tuqan Ni burkutaa’u. Carraan Isaanii kufinsa: Dr. Abiyyi Amhed

  • VOA

Faayilii - Muummee ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimed

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Abiyyi Ahimed xumura torban dabree irra kanneen bulchiisa naannoo Kibbaatti argaman – aanaalee Daawuroo fi Oomoo Kibbaa, akkasumas aanaa addaa Kontaa dawwachuu isaanii Televiiziyoonni naannichaa gabaasee jira.

Yeroo daawwannaa isaaniitti haasawa godhanitti “Nuti Itiyoophiyaanonni injifatamuuf alagaa dha. Wal hin beeknu. Seenaa keenyattis tahe har’a kanneen nu tuqan ni burkutaa’u. Carraan isaanii kufinsa” jedhan – muummichi-ministaraa Abiyyi. Gabaasaa Yonaatan Zabdiwoos, Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Kanneen Nu Tuqan Ni burkutaa’u. Carraan Isaanii kufinsa: Dr. Abiyyi Amhed