Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmii Abbummaa Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa


Finfinnee

Bulchiisonni magaalaalee Finfinnee fi Dirre-dhawaa seeraa fi seenaadhaan, akkasumas, lafti isaanii qabeenyaa uummata Oromoo fi qaama Oromiyaa waan tahaniif, dhimmi magaalaalee lameenii hatattamaan Mana-maree Bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaatti dhihaatee murtii akka argatu, Addi Bilisummaa Oromoo torban dabre ibsa baaseen gaafatee jira.

Ka magaalaa Dirre-dhawaa keessa maadheffate paartiin “Hibret Le Haandinnet innaa Le Netsaannet” yokaan “Gamtaa Tokkummaa fi BIlisummaaf” jedhamu immoo ibsa ABOn baase kana mormuudhaan, “abbummaa magaalaa Finfinnee jiraattota magaalattiif haa dhiisnu, magaalaan Dirre Dhawaa garuu ka Somaalee ti,” jedhee jira.

Gabaasaa Addis Chekkol, Dirre-dhawaa irraa erge Jalannee tu dhiheessa.

Falmii Abbummaa Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG