Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qaamni ‘Koree Araaraa fi Nagaa Furtuu’ Jedhamu Mootummaa fi WBO Gidduutti Araara Buusuuf Hojii Jalqabuu Isaa Dubbate


Qaamni ‘Koree Araaraa fi Nagaa Furtuu’ Jedhamu Mootummaa fi WBO Gidduutti Araara Buusuuf Hojii Jalqabuu Isaa Dubbate

Dhaabbata tola-ooltummaa Furtuu jedhamu jalatti kan ijaarame Koreen Araara fi Nagaa Furtuu Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraanaa Bilisummaa Oromoo bosonatti hafe gidduutti araarri fi nagana akka bu'uuf hojii walitti fiduu dubbachiisuu eegaluuf qophaa’uu isaa dubbata.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa gama isaatiin koree kana waliin dhaabatee rakkoo jiru furuuf qophii ta'uu isaa dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Qaamni ‘Koree Araaraa fi Nagaa Furtuu’ Jedhamu Mootummaa fi WBO Gidduutti Araara Buusuuf Hojii Jalqabuu Isaa Dubbate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG