Trump Deggersa Maallaqa WHO irraa Dhaabuuf Murteessuu Isaanii Irra Deebi’uun Mirkaneessan

  • VOA

Addunyaa irratti lakkoobsi namoota COVID 19n du’anii dabalaa yeroo jiru kanatti prezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tramp jarmayaa fayyaa addunyaa ykn WHOf maallaqa kennan dhaabuuf murtii fudhatan irra deebi’uun sirrii dha jechaa jiru.

Jaarmiyichi weerara vaayiresii koronaa itisuuf waan quubsaa hin hojjenne akkasumas Chaayinaaf looga jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Trump Deggersa Maallaqa WHO irraa Dhaabuuf Murteessuu Isaanii Irra Deebi’uun Mirkaneessan