Obbo Baqqalaan Shakkii Ajjeechaan Himataman: Haadha Warraa Isaanii aadde Haannaa Raggaasaa

  • Tuujubee Horaa

Jewar Mohammed and Bekele Gerba

Geggeessaa reeffa artisti Haacaaluu Hundeessaa irratti kanneen qabaman hoogganoonni KFO Obbo Jawaar Mohammed, Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Hamzaa Booranaa kaleessa mana-murtii dhihaatanii, beellamni ka biraan mana-murtiin kennameefii jira. Dhimma kana adda-baafachuuf Abukaatoo fi maatiilee isaanii irraa dhimma kana adda-baafachuuf quunnamuu yaalleyyuu, haga ammaatti kan argamme – Haadha warraa

Obbo Baqqalaa Garbaa Aadde Hannaa Raggaa ti.

Obbo Baqqalaan Kaleessa Adoolessa 2 mana murtiitti dhiyaatanii himannaan irratti dhiyaachuu ka dubbata aadde Hannaan ibsanii Manni isaanii sakatta’amuullee himanii jiran. Adoolessa 6tti beelllamni ka biraan kennameef jedhu. Ijoolleen isaanii Bontuu Baqqalaa fi Saamuel Baqqalaa waliin hidhamuu dubbanii jiru. Obbo Baqqalaa attamiin akka qabaman ibsuu dhaan eegalu aadde Haannaan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Baqqalaan Shakkii Ajjeechaan Himataman: Haadha Warraa Isaanii aadde Haannaa Raggaasaa