Torban kana Waan Amerikaa Keessatti Oduu Guddaa Ta'u maalii?

  • VOA

Filannoo dha kanneen jettan sirrii dha.Nama meeqatu ba'ee filata?Ba'iin filmaatichaa yoom ibsama?

Dhuma irratti kan injiifatu eenyu? Eenyuutu prezidaantii Amerikaa isa itti aanuu ta'a? Kun hundii oduu gidduu kanaa ta'a jedha gabaasnii Misheel Quinn ergite.

Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Torban kana Waan Amerikaa Keessatti Oduu Guddaa Ta'u maalii?