Qaamonni Matakkal Keessatti Rakkoo Nageenyaa Uuman Torban Tokko Keessatti Akka Harka Kennatan Gaafataman

Faayilii - Namoota rakkoo nageenyaatiin qehee irraa buqahaan

Pireezidaantiin Naannoo Benishaangul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan, qaamoleen HIWAHAT waliin ta’anii Godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa uuman harka akka kennitan kan akeekkachiisan tahus hanga ammaatti namni harka kennate akka hin jirre, Waajjirri Dhimmoota Komunikeeshinii mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuz beeksisee jira.

Daangaan yeroo akkaqaamotni kunneen harka kennataniif kaa’ame torban tokko tahuus itti gaafatamaan Waajjirichaa Obbo Mallasa Bayyana dubbatanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Qaamonni Matakkal Keessatti Rakkoo Nageenyaa Uuman Torban Tokko Keessatti Akka Harka Kennatan Gaafataman