Dhaabbiileen Barnootaa Ol’aanoo Barattoota Bara Kana Eebbifaman Simachaa Jiran 

Faayilii - Barattoota Yuniversiitii Amboo

Dhibbileen barnoota ol’aanoo yaroo barnootaa bara 2012 sababaa weerara Vaayirasii Koronaatiin qisaasamee ture bakka busuuf barattoota eebbaa simachaa jiraachuu isaanii Yunivarsitiileen Adamaa, Amboo fi Maddaa Walaabuu VOAtti himan.

Yaroon turtii barattotaa fi haalli baruuf barsiisuus akka qajeelfama of irraa ittisa weerara COVID 19tti qophiin barbaachisu hundi taasifamee jira, jedhan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabbiileen Barnootaa Ol’aanoo Barattoota Bara Kana Eebbifaman Simachaa Jiran