Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Har’a Jiraattota Sabaan Tigiree Tahan Waliin Marii Taasise  

Magaala Adaamaa (suuraa faayilii)

Lolli naannoo Tigraayitti taasifamaa jiru kan garee seera cabse irratti xiyyeffaye malee kan saba Tigiree irratti xiyyeefatee miti jedhe Bulchiinsi Magaalaa Adaama.

Jiraattonni magaala Adaama sabaan Tigiree ta'an hardha hoggansa bulchiinsichaa waliin marii taasisanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Har’a Jiraattota Sabaan Tigiree Tahan Waliin Marii Taasise