Sirnii Awwaalcha profeesar Tasfaayee Gassasaa Har'a Gaggeeffame

Profeesar Tasfaayee Gassasaa 

Barreessaa fi turan profeesar Tasfaayee Gassasaa umrii isaanii 84tti du'an boqotanii jiru.

Sirnii awwaalacha isaanis har'a Kaatedraalii waldaa Orotodoksii Sillaaseetti har'arawwatamee jira.

Sirna awwaalchaa kana irratti itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee fi hogganoonni oolaanaan kan mootummaa Federaalaa , maatii, Artistoonnii fi abbootiin amantaa argamanii jiran.

Gabaasa Tsahaay Daamxoo Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Sirnii Awwaalcha profeesar Tasfaayee Gassasaa Har'a Gaggeeffame