Tokkummaan Mootummootaa Baqattoota Itiyoophiyaa Naannoo Daangaa Jiran Gara Sudaan Keessaatti Ka Butaa Jiru Tahuu Dubbata 

  • VOA

Dhaabbanni Dhimma Baqattootaa ka Tokkummaa Mootummootaa, gabaasaa dhiheenya kana baaseen lammiwwan Itiyoophiyaa naannoo Tigiraay irraa dheessan gara 800 tahan eega waggaan haaraan seenee as qofa Sudaan gama Bahaa seenuu isaanii beeksisee jira.

Kun lakkoobsa lammiwwan Itiyoophiyaa eega baatii Sadaasaa keessa naannoo Tigraay keessatti waraansi jalqabamee as achi irraa dheessanii Sudaan galan gara kuma shantamii ja’aa olitti ol kaasa.

Gabaasaa Liisaa Shilaayin Jenevaa irraa ergite Nigusuu tu dhiheessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Tokkummaan Mootummootaa Baqattoota Itiyoophiyaa Naannoo Daangaa Jiran Gara Sudaan Keessaatti Ka Butaa Jiru Tahuu Dubbata