Itiyoophiyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaa Ayyaaneffatte

Injifannoo Adwaa Waggaa 12ffaa Ayyaaneffatte

Itoophiyaan yaadannoo injiffannoo Adwaa waggaa 125 har'a kabajjeetti. Pirezdaantiin Itoophiyaa Saahilawarq Zawudee sirna yaadannoo kana irratti argamuun haasawaa taasisan injjifannoon Adawaa Galaa haamilee ummata guraachaati jechuun ibsan.

Abbootiin duraanii tokkummaan wal tumsanii birmadummaa biyyattii mirkaneessan dhaloonni har'aa ammoo irree tokkoomeen hiyyummaa irratti duulee seenaa haaromsuu qaba jedhan Ministarri Aadaa fi Turizimii Dr.Hiruut Kaasaw.

Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaa Ayyaaneffatte