Aksuum Maal Keessa Jirti?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wagoota darban hedduuf amantoonnii fi Turiistoonni gara magaalaa qulqullitti Tigraay jedhamtee beekamtu Aksuumti ilamaa turan.

Har’a garu daandileen Aksuum hedduun callinsaan liqiimfamanii daldalliis irra hedduun cufaa Dha.

Kunis baatilee darban torbaaf waraansa mootummaa biyyooleessaa fi paartii Tigraayin bulchu giddutti gaggeefamaa jiruun ture.

Magaalaan ala wal waraansii itti fufuun immo rakkoo magaalatti keessaa hammeesse jedha gabaasnii Heezer Merdook Aksuuma irraa ergitee.