Beela Sudaan Kibbaa Keessaa Sadarkaa Maalii Irra Jira?

  • VOA

Beela Sudaan Kibbaa Keessaa Sadarkaa Maalii Irra Jira?

Beelli Sudaan Kibbaaa keessaa dhaabateera jechuun mootummaan Sudaan fi Tokkummaan Mootummotaa kan labsan ta’uus haallii gargaarsa dhala namaa biyyatti keessaa fixiinsa dhaqqabsisuu akka maluu jaarmayaan fannooo fi baatii dimaa kan addunyaa beeksisee jira.

Uummatti sudaan kibbaa kan qarqara afaan beelaa jiru moliyoon torba caalatu jira kan jedhan aangawoonni jaarmayichaa sadarkaa gargaarsii yeroo hatattamaa irraa dhaabatu irra hin geenye jedha.

Biyyatti keessatti nagaa buusuuf yaaliin godhamu bu’aa hin argamsisuu taanaan walitti bu’iinsii fixiinsa biraa dhaqqabsisuuf akka jiru akeekkachisii kennamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Beela Sudaan Kibbaa Keessaa Sadarkaa Maalii Irra Jira?