Xurree ittiin seenan

Breaking News

KFO: Finfinneen Akkuma Magaalaalee Oromiyaa Biroo Mootummaa Oromiyaa Jalatti Buluu Qabdi


Obboo Mulaatuu Gammachuu, itti-aanaa prezidaantii paartiin Koongiresii Federaalawa Oromoo
Obboo Mulaatuu Gammachuu, itti-aanaa prezidaantii paartiin Koongiresii Federaalawa Oromoo

Faayidaa addaa Oromiyaan magaalaa Finfinnee irraa Argattu ilaalchisee, Manni Marii Ministeerotaa Itiyoophiyaa walgahii gaafa Kibxata dabre geggeesseen dhimmoota seera ta'anii tumamuu qaban - jedhe irratti mari'achuun Mana Maree Bakka Bu'uota Uummataaf ibsa baaseen beeksisee jira. Dhimmi kun Mana Maree Bakka Bu'uota Uummataan seera ta'ee bahuu isaa dura, qaamota dhimmi ilaaluun akka mariin irratti geggeessamu dubbata.

Gama biraatiin, Miidiyaa hawaasummaa dabalee, sabaa-himaalee adda addaa irratti qeeqawwanii fi mormiileen wixinee seeraa yaadame kana irratti dhihaataa jira. Paartiin mormituu – Koongiresni Federaalawa Oromoo, waa’ee qabiyyee ibsa bahe sanaa maal jedha? Namoon itti-aanaa prezidaantii paartichaa – Obbo Mulaatuu Gammachuu haasofsiisee jira.

Gabaasaa guuutuu dhaggeeffadhaa

KFO: Finfinneen Akkuma Magaalaalee Oromiyaa Biroo Mootummaa Oromiyaa Jalatti Buluu Qabdi
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:06 0:00

XS
SM
MD
LG