Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbata Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP): Walitti - Bu'iinsi Beela Hammeessaa Jira


Mootummoota Gamtoomanitti Ammbaasaadeerii Yunaaytid ISteets Niikii Haaleyi fi hojjatoota WFP
Mootummoota Gamtoomanitti Ammbaasaadeerii Yunaaytid ISteets Niikii Haaleyi fi hojjatoota WFP

Dhaabbanni Sagantaa Nyaata Addunyaa bara 2030tti akka addunyaatti beela ballleessuudha karoorri Dhabbannii Mootummoota Gamtoomanii qabu waan dhugoomu in fakkatuu jedhe. Sababn isaas walitti bu’iinsi biyyoota Giddu-gala Bahaa, Afrikaa fi kaanii gufuu itti ta’uu isaati.

Bara 2016 namoota miliyoona 700 fi miliyoona 95tu beelahe an jedhu gaabaasni Mootummoota Gamtoomaanii, oggaa tokkoof beelballeesuudhaa tattaafii godhamee irratti xiyyeeffate. Haala jiruu iratti hudahudhaanis karoorri bara 2030 beela hambisuudhaa baafame dhugoomsuun an ta’u infakkaatu an jettemmoo dubbi himtuu dhabbata sagantaa nyaataa Addunyaa Bettiinaa Lusheeri.

Gabaasni guutuun kinooti.

Dhaabbata Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP): Walitti - Bu'iinsi Beela Hammeessaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:17 0:00

XS
SM
MD
LG