Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame


Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame
Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame

Guyyaan tiyaatra addunyaa baatilee lama dura yeroo 55ffaa dhaaf biyya Ferensaay keessatti kabajame. Akka biyya Itiyoopiyaatti baatilee lama dura yeroo 3ffaaf kan kabajame yoo ta’u akka Oromiyaatti garuu kaleessa jechuun Wixata Waxabajjii 26 bara 2017 giddu gala aadaa Oromoo keessatti yeroo jalqabaaf kabajamee oole. Ayyaana kana irrattis tiyaatirri Hulluuqqoo jedhu kan agarsiisame yoo ta’u angawoonni bulchiinsa naannoo Oromiyaa irratti argamuun eebbisaniiru.

Keessummaan keenya har’aa qopheessaa tiyaatira Hulluuqqoo obbo Magarsaa Kumaa ti. Guyyaa tiyaatiraa kabajuun maaliif akka barbaachise nuuf ibsee jira. Tiyaatra agarsiisuun biyya kamii fi eessatti agarsiisuun akka jalqabame nuuf ibsee jira.

Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:41 0:00
Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame
Oromiyaatti Yeroo Jalqabaaf Guyyaan Tiyaatiraa Kabajame

XS
SM
MD
LG