Injinar Takkalaa: Finfinnee Keessatti Lafti Baayyen Dallan Itti Ijaarrame Abbaa Hin Qabu

Takkalaa Uumaa, Itti aanaan kantibaa bulchinnsa magaalaa Finffinee

"Bu'aan Sakata'insa Godhamaa Jiruu Fulbaanatti Ifa Godhama"

Bulchinsi Magaalaa Finffinee sakatta'insaa fi ooditii lafaa fi qabeenya garagaraa irratti taasisaa jiruun, Gamoolee gurguddoo dabalatee kaneen abbaa itti galmaahan hin qabne hedduu sakatta'insaan arganne jirra jedha.

Itti Aanaan Kantibaa Bulchinnsa Magaalaa Finffinee Injinar Taakkalaa Uumaa haasofsisuun Muktaar Jamaal kan nu gabaase qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Injinar Takkalaa: Finfinnee Keessatti Lafti Baayyen Dallan Itti Ijaarrame Abbaa Hin Qabu