Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Id Al Adahaa 1439ffaan hardha haala midhagaadhaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti Ayyaaneeffame


Ayyaana Iid Al Adahaa guyyaa harraa Finfinneetti
Ayyaana Iid Al Adahaa guyyaa harraa Finfinneetti

Ummanni muslimaa ayyaana Id Al Adahaa, har’a yeroo kabajutti, jaalalaa fi wal dhageetti gabbifachuun itti gaafatamumaa biyyaa akka bahatu waamichi dhihaatee jira.

Ayyaanni Id Al Adahaa 1439ffaan hardha haala midhagaadhaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti Ayyaaneeffame.

Gabaasaan Muktaar Jamaal, aachitti argamuun sirnicha hordofee jira.

Ayyaanni Id Al Adahaa 1439ffaan hardha haala midhagaadhaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti Ayyaaneeffame.
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

XS
SM
MD
LG