“Gaafiwwan 10 Toonii Wajjin,” Sagantaa YALI 

Ministirri Haajaa Alaa Yunaaytid Isteets Antonii Bliinken dargaggoota Afrikaa 10 wajjin marii godhan

Hundeeffama Oggaa 10ffaa dhabbata dargaggoota Afrikaa Hoggansaaf qophessuu irratti leenjii kennuu, YALI sababeeffachuudhan qophiin “Gaafiwwan 10 Toonii Wajjin” jechuu Roobii, Ebla 27 qophaahe irratti Ministirri Haajaa Alaa Yunaaytid Isteets, Antonii Bliinken dargaggoota biyyoota Afrikaa 10 wajjin karaa marsaa interneetii marii dhiheessan.

Your browser doesn’t support HTML5

“Gaafiwwan 10 Toonii Wajjin,” Sagantaa YALI

Hirmaattonni warra tanaan dura sagantaa YALI keessatti leenjii fudhatee ebbifame. Sagantaa kanaan, oggaa 10 keessatti dargaggoonni Afrikaa kuma 24 leenjii irratti hirmaataniiru.