Haalli Lixa Oromiyaa Tasgabaahaa Jiraachuun Ibsame

Hiriirri mormii Lixa Oromiyaa Godinoota Wallaga Lixaa fi Qeellam Wallaagaa keessatti motummaan Waraana Adda Bilisumma Oromoo Humnaan hiikkachisuuf jedhuun tibba kana taasifamaa ture booda amma naannichi tasgabahee karaan cufamee tures banamuun isaa ibsamee jira.

Barattoni Godinaale kaniini Gama dhaabilee barnoota deemu dadhabanii turanis hardha geggefamuu isaanis dubbatamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba