Marii Hariiroo Yunaaytid Isteetsi fi Biyyoota Gaafa Afrikaa Irratti Fulleeffate

Hayyoota marii geggeeffame irratti hirmaatan, Amajjii 27, 2017

Yunaytid Isteetsi fi biyyoonni Gaafa Afrikaa hariiroo nagaha eegumsa irratti fulleeffate an bara dheeraa qaban. Yeroo Yunaatid Isttetsitti jijjiirraan bulchiinsa dhufu imaammanni ishiin biyyoota alaatii qabdus amma ta’e jijjirramuun waan baramee, waan eeggamusi.

Mariin torban darbe dhaabbanni Neew Ameerikaa jedhamuu as Waashingitan Diisiitti qopheesse Itoophiyaa, Eertiraa, Jibuutii, Somaaliyaa fi Sudaan dabalatee biyyoonni Gafa Afrikaa bulchiinsa pirezdaant Donaald Traamp jalatti hariiroon Yunaaytid Isteets wajjiin qaban maal fakkaachuu mala an jedhu irrtti mari’ate.

Gama kanaan milkaa'inni fi dadhabbinni bulchiinsa Obaamaas marii godhame irratti xuqamee jira..

Maaykil Woldamaariyaam hayyoota qorannoo dhiheessan keessayi. Bostan Yunvarsiititti profeesarii Saayinsii Siyaasaa fi Hariiroo Biyyoota Alaati. Marii geggeeffame irratti hudaahudhan dubbisneerra.

Gabaasa guutuu dhaggeeffachuuf as cuqaasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Hariiroo Yunaaytid Isteetsi fi Biyyoota Gaafa Afrikaa Irratti Fulleeffate