Humnoonni Tika Nagaa Haleellaa Nu Irratti Raawwatan: Barattoota Yunivarsitii Mattuu

  • Tuujubee Horaa

MU Logo

Yuniverstii Mattuu keessatti humnoonni tika nagaa mooraa sana keessaa reebicha barattoota irratti raawwataniin barattoonni hangi tokko balaan madaa’uu irra ga’uu isaa kanneen miidhaan irra ga’e barattoonni yuniversitichaa ibsaniiru.

Gaaffii isaan dhiyeeffatan barattoonni universitii Jijjigaa keessaa barataa turanii gara universitii Mattuutti dabarfaman, galmeen isaanii waan hin dhufneef kun akka isaaniif ergamu gaaffii gaafachuuf hiriira nagaa baanaan haleellaan kun nu irratti raawwate jedhu. Bulchiinsa mana barnootichaa biraa deebii argannee jirra.

Kan baraattuun reebichi na irratti raawwatame jettu nuuf ibsiteen jalqabna. Tujubetu dubbise.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunivarsitii Mattuu