Irreecha Sababeeffachuudhan Finfinneetti Eksipoon Qophaahe

Agarsiisa Meeshaalee aadaa seenaa fi dudhaa Oromoo (Irrecha Expo) magaalaa Finffinee Giddu Gala Aadaa Oromootti qophaahe

Eksipoon yokaan Agarsiisni Irreechaa, kan Meeshaalee aadaa seenaa fi dudhaa Oromoo itti agarsiisaa fi gurgurtaaf dhihaatu magaalaa Finffinee Giddu Gala Aadaa Oromootti, Fulbaana 11 irra jalqabee hanga Fulbaana 19 deemsisamaa jira.

Sagantaa kana Dhaabata Beeksisaa Masarat Dhaabaa tu Biroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaa fi Giddu Gala Aadaa Oromoo waliin ta’uun qopheesse. Muktaar Jamaal bakka sanatti argamuudhaan qindeesse.

Your browser doesn’t support HTML5

Irreecha Baranaa Sababeeffachuudhan Finfinneetti Eksipoon Qophaahe