Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaaboliin Oromoo Shan Gamtaan Ta’uun Ibsa Kennan


Har’a kan Finfinnee keessatti kan argamu hoteela Ililii jedhamu keessatti dhaaboliin Oromoo Shan jechuun Adda Bilisummaa Oromoo, Kongresii Federaalawaa Oromoo, ABO Tokkoome, Adda Tokkummaa Walabummaa Oromoo, Addi Dimokraatawaa Oromoo gamtaan ibsa kennaniin guyyoota jalqaba baatii Fulbaanaa qabee Finfinnee fi naannoo isheetti yakka raawwatamaa ture balaaleffachuu dabalatee dhimmootii yeroo ka biro irratti ibsa bal’aa kennaniiru.

Dhimmootii tokko tokko irratti illee ejjennoo waliin qaban ibsaniiru.

Keessumaa Finfinnee fi Buraayyuutti haalawwan rawwataman eenyummaa uummata Oromoo irratti ka qiyyaafate dha amantii jedhu qabaachuu isaanii illee ibsi sun cimsee beeksiseera.

Dhaaboliin Oromoo Shan Gamtaan Ta’uun Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:46 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG