Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hokkara Dhiheena Finffinee Keessatti Mudateen Namooni 28 Du’un Himame


Hokkara dhiheena kana magaala Finffinee keessatti mudateen namooni 28 du’uu Komishiiniin polisii maagaala Finffinee beeksise.

Komishiinichi akka ibsetti namoota yakka kana keessa harka qaban 174 mana murtitti duratti dhiheessuf ka jiru yoo ta'u kaneen 1204 ta'an ammoo leenjii haaromsaa akka fudhataniif gama wiirtuu leenjii xolaayitti ergamuu isaani ibsee jira.

Muktaar Jamaal dhimma kana irratti komishiinara komishiini polisii Finffinee Daggifee Badii waliin gaafiif deebi taasisee jira.

Hokkara Dhiheena Finffinee Keessatti Mudateen Namooni 28 Du’un Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:50 0:00

XS
SM
MD
LG