Itiyoophiyaatti Namoonni Of-eeggannoo Taasisuu Dhabuun Du’a KOVIDn Dhufu Dabale Jedhame

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa keessaatti lakkoobsii namoottan Kooviid 19n du’anii sababaan inni itti dabalaa deemaa jiruuf waan namoonni of eeggannoo hin taasifneef akka ta’e jiraattonni magaalaa Finfinnee VOAtti himan.

Insititiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa gama isaatiin hawaasichi qajeelfama of eeggannoo hordofuu baannaan gatii barbaachisaa hin taane kaffala, jedha.