Seneterri Ameerikaa Jeff Sessions Abbaa Alangaa Muummicha Ta’uun Hirbuu Seenan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Seneterri Ameerikaa Jeff Sessions Abbaa Alangaa Muummicha Ta’uun Hirbuu Seenan

Senator Jeff Sessions abbaa alangaa muummicha US itti aanan ta’uu dhaan sirna white House keessatti har’a qophaa’e irratti hirbuu seenan.

Senetiin US Roobii kaleessaa ture falmii ciimaa booda Sessionsf sagalee kennuun kan raggaasisan.

Session waahiloota isaanii hojiif haasaa dhageesisaniin kun kabajaa addaati. Kanaaf amantaa isin na irratti gattan nan eega jedheen abdadha kadhannaa kootis. Hamman danda’e hojii irra oolchuuf nan hojjedha jedhan. Repuublikaantichi Sessions Senetora kutaa Alabamaaf kan yeroo dheeraa turan.