KFO: Labsiin Yeroo Hatattamaa Gaaffii Uummataaf Deebii Hin Taane

  • Namoo Daandii

Loogoo KFO

Labsiin yeroo hatattamaa eega Itiyoophiyaa keessatti labsamee baatii tokkotto dhihaatee jira. Aangawoonni Mootummaa – labsiin kun labsamuudhaan tarkaanfiin fudhatame akka biyyattii kessatti tasgabbii buuse dubbatu. Gaaffii uummataaf ka deebii kennaa jiran ta’uu illee dubbatu. Paartiileen mormitootaa karaa nagaa biyyatii keessatti hojjetan hoo kana akkamitti ilaalan. Finfinneetti bilbilee, itti-aanaa dura-taa’aa Kongiresa Federaalawa Oromoo – Obbo Mulaatuu Gammachuu haasofsiisnee jirra.

Kana cuqaasuun guutummaa gaaffii fi deebii kanaa dhaggeeffadhaa