Lakkoofsi Lammiiwwan Somaaliyaa Gara Itoophiyaa Godaanaanii Dabaluun Himame

Faayilii - Baqattoota Somaaliyaa Itoophiyaa keessa jiran

Lakkoofsi baqattootaa Somaaliyaa irraa gara Itoophiyaa senanii dabalaa dhufuu isaa Mootummoota Gamtoomanitti Koomishiniin Dhimma Baqattootaa (UNHCR) beeksise. Erga Amajjii bara 2017 as qofa baqattoota Somaaliyaa kuma shanii olitu gara Itoohpiyaa seene.

Kara biraatiin, lakkoofsi baqattotaa Sudaan Kibbaa gara Itoophiyaa seenanii bayyee gadi bu’ee jira jedha, gabaasni Iskindir Fireew Finfinnee irraa erge.

Your browser doesn’t support HTML5

Lakkoofsi Lammiiwwan Somaaliyaa Gara Itoophiyaa Godaanaanii Dabaluun Himame