Maatii Artisti Haacaaluu Hundeessaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dutaa dha mucaankoo... Leenca! Haantuunni ishiin hin mullanne, ishii dhoksiitee gootaraa urtee nyaatu... Ishiitu nyaate mucaakoo: Haadha artiisti Haacaaluu aaddee Guddattuu 

Artiisti Haacaaluu Hundeessaa lammiiwwan biyyaa isaatif, goota; goota sirbi isaa mootummaa garagarchuu keessatti gahee tabate.

Mana maatii isaatti garuu Haacaaluun ilma, obboleessa abbaa warraa fi abbaa ijoollleeti.