Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haala Gaazexeessitoota OMN Hidhaa Jiranii Maatii fi Abukaatoo Irraa


Muhammad Siraaj, Guyyoo Waariyoo, Naasiir Adam fi Melesee Dirribaa

Gaazexessitootni OMN afuri - Melesee Dirribaa, Guyyoo Waariyoo, Muhammad Siraaj, Naasiir Adam - fi gaazexessaan lammii Keeniyaa Yaasiin Juumaa hidhamuu Abukkaattoon isaanii VOA-f mirkaneessanii jiran.

Waajira Abba Alangaa Federalaatti Daarektarri yakka qinda'aa fi daangaa cehuu obbo Fiqaaduu Tsaggaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf akka himanitti gaazexessitootni OMN hojiilee saba saba irratti kakaasu tamsaasan, shakkii jeduun akka qabamanii hidhaman dubbatu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Haala Gaazexeessitoota OMN Hidhaa Jiranii Maatii fi Abukaatoo Irraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:34 0:00


Yaadawwan Ilaali (40)

XS
SM
MD
LG