Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tiki Federaalaa Ka Yunaaytid Isteets Hiriirtota Poortlaand Bittinse


Magaalaan Poortlaand Maal Keessa Jirti?

Kutaa Yunaaytid Istees Oriigan magaalaa Poortlaand mana murtii Federaalaa biratti namoota hiriiranii turan Tikii Federaalaa Gaaza himiimaansu itti darbateejira.

Magaalatti keessatti ituu wal irraa hin citiin guyyaa 56f hiriirri itti fufee jira.

Kunis hokkara polisiin gaggeessuu, loogii sanyii jiruu fi dhiyeenya kana immoo humnootiin Federaalaa magaalatti keessatti bobbaafamuu mormaa jiran.

Gaaza himiimaansu ennaa hiriirtoota irratti darbatamu bulchaan magaalatti Teed Wheelar dhaabatanii ilaalaa turen.

Bulchaan magaalaa bakka hiriira sanaa dursankan kan deeeman deggersa uummataaf qaban ibsuuf ta'uus hiriirtonni garu fudhatama dhabsisuun itti iyyan

XS
SM
MD
LG