Sudaanii fi Mormii Ishee Mudatee

  • VOA

Mormii sudaan keessaa, Onkoloolessa 25, 2021

Waraanni Sudaan Wiixata kaleessaa fonqoolcha mootummaa eega gageessee booda uummanni kaleessuuma galgala hiriiree ture.

Humnootiin nageenyaa kanneen wiixata kaleessaa hiriira ba’an irratti dhukaasa banuun namoota 3 ajjeesan jedha koreen Doktooroota sudaan.koreen kun akka jedhutti, yoo xiqqaatee namoonni 80ni mada’anii jiran.

Mummichi minsteeraa Abdallaa Hamdaak fi aangawoonni ka biroon kaleessa ganama eega hidhamanii booda, uummanni kuma hedduun daandii magaalaalee Kaartuum fi indurmaan irratti hiriiran,

Gbaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Sudaanii fi Mormii Ishee Mudatee