Daalaasitti hiriira mormii booda naamoonni dhokatanii qawwee namatti dhukaasan poolisii shan ajjeessan

Daalaasitti poolisisoonni shan ajjeefaman, Adooleessa 7, 2016

Godina Teeksaas magaala daalaasitti namoonni dhokatanii qawwee namatti dhukaasan (snipers) poolisii shan ajjeesani bayyee immoo madeessaniiru.

Daalaasitti naamoonni dhokatanii qawwee namatti dhukaasan poolisii shan ajjeessan

Torban kana keessa lammiwwan Ameerikaa gurraachi lama poolisiidhan ajjeefamuu balaaleeffachuu dha hiriirri nagahaa magalichatti godhame akkuma xumurameen namoonni kun han poolisiitti dhukaasuu jalqaban.

Daalaasitti naamoonni dhokatanii qawwee namatti dhukaasan poolisii shan ajjeessan