FINFINNEE —
Mootummaan Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo waliigaltee nageenyaa mallatteessanii jiran.
Kaleessa, Hagayya 7 bara 2018 magaalaa Asmaraa keessatti jila mootummaa Itiyoophiyaa – prezidaantii Oromiyaa – Obbo Lammaa Magarsaan dursamuu fi jila ABO, hayyu-duree dhaabichaa – Obbo Daawud Ibsaan dursamu gidduutti marii geggeessameen walii-galteen kun tolfame.
Gabaasaan keenya Muktaar Jamaal, waa’ee walii-galtee kanaa, biyya irraa yaada uummataa walitti-qabee jira.
Dhaggeeffadhaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Waliigaltee ABO fi Mootummaa Itiyoophiyaa Gidduutti Mallatteessame Uummatni Akkamitti Ilaala?