Angawaan Yunaaytid Isteets Waayee Wixinee Seeraa Dhimma Itoophiyaa ‘Kan Ministerri Haajaa Alaa Itoophiyaa Dubbatan Sirri Miti’ Jedhu

Mana Maree Yunaayit Isteetsitti bakka bu’aa ummataa Kiris Smiizii qarqaaraa ol’aanaa fi mana marichaatti dhimoota alaa jalatti damee Afrikaatii dayreektarii an ta’an Gregerii Simpiksan dubbisneerra.

Itoophiyaa laalchisee Manni Marii Yunaaytid Isteets irratti hojjachaa an ture wixinee seeraa mootummaan Itoophiyaa guutumaan fashaleessuu isaa ministirri haajaa alaa Itooohiyaa Dr. Warqinaa Gabayyoo dhuma ji’a Bitootessaa darbee keessa ibsa paarlaamaa biyyattiitii kennan irratti beeksisanis, angawaan Yunaayitd Isteets garuu "dhugaa miti" jedhan.

Mana Maree Yunaayit Isteetsitti bakka bu’aa ummataa Kiris Smiizii qarqaaraa ol’aanaa fi Mana Marichaatti dhimoota alaa jalatti damee Afrikaatii dayreektarii an ta’an Greegerii Simpiksan dubbisneerra.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Angawaan Yunaaytid Isteets Waayee Wixinee Seeraa Dhimma Itoophiyaa ‘Kan Ministerri Haajaa Alaa Itoophiyaa Dubbatan Sirri Miti’ Jedhu