Xurree ittiin seenan

Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa 2017

Dorgommiin Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa 31essoon Ammajii 14-Gurrandhalaa 5, 2017 Gaabonitti taati. Shaampiyoonaan bara dabree, Ayvori Kosti baranallee shaampiyoona sun hambifachuuf biyya 15 waliin qabsoofti. Qophii Ispoortii VOA Afaan Oromoo irratti oolmaa dorgommii tanaa guyyuma guyyaan gurra isan buufnaa quba qabaadhaa.

XS
SM
MD
LG