Xurree ittiin seenan

Breaking News

Buufati xiyyaara Juuba jimaataa kaasee cufaa ture harra hojiitti deebi'e


Maapii
Maapii

Sababa waalitti bu’iinsa gidduu kana Sudaan kibbaatti dhalateen cufamee ka ture buufati xiyyaaraa Juubaa harra tajaajila kennuu akka jalqabe Keeniyaatti Ambaasaaddera Sudaan kibbaa Chool Ojoongoo dubbatan. Ambaasaaddarichi harra ibsa gaazexeessitootaaf kennaniinii, kaleessa erga Pirezident Saal Vaakiir akka dhukaasi hatattamaan dhaabbatuuf ajajaniin booda haalli nageenya Juubaa fooyya’eeraa jedhan. Jiraataan Magaalaa Juubaa tokkos akka Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himetti, guyyoota darban kana dhukaasi gurguddaan magaalattii keessatti dhagaa’amaa turan harra akka hin turre dubbateera.

Buufati xiyyaara Juuba jimaataa kaasee cufaa ture harra hojiitti deebi'e
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00
Xurree marsariitii
Ambaasaaddera Sudaan kibbaa Chool Ojoongoo
Ambaasaaddera Sudaan kibbaa Chool Ojoongoo

XS
SM
MD
LG