No live streaming currently available
No media source currently available
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.
Akka damee seera baastuu mootummaa Yunaaytid Isteetsitti, Kongireesiin biyyattii yaada dhiyeessuu fi raggaasisuuf itti gaafatamummaa qaba. Haa ta’u malee oggoota dhiyoo dhaa as seeronni mallattaa’uuf gara deeskii pirezidaantichaatti dhaqan xiqqaachaa dhufaniiru.