Xurree ittiin seenan

Ministriin Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis Gabaasa Mirga Dhala Namaa Haaraa Baase

  • Tuujubee Horaa

Loogoo Ministriia Dhimma-alaa Yunaatitid Isteets

Ministriin Dhimma-alaa Yunaatitid Isteets, gabaasaa mirga dhala-namaa waggaa ka biyyoota Addunyaatti fuuleffate, ka bara dabree – jechuun ka bara 2016’aa ifa baasee jira.

Tumaa seera mirgawwan dhala-namaa sadarkaa Addunyaa fi walii-galteelee ka biroo irratti hundaa’uudhaan – mirgawwan namoota dhuunfaa, mirgawwan Siivilii, ka siyaasaa fi mirgawwan namoomaa walii-galaa raggaasisamuu hordofuun ka dhiheessu – gabaasaan mirga dhala-namaa Yunaayitid Isteets kun, bara kanas, haala mirga dhala-namaa biyyoota gara 200 qorachuun dhiheesse. Ministrichi qabiinsa mirga dhala namaa Itiyoopiyaa Ilaalchisuun illee ibsa baasee jira.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG