Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gazexxeessaa Iskindir Naggaa Badhaafamee Jira


Ethiopia’s Eskinder Nega named IPI Press Freedom Hero
Ethiopia’s Eskinder Nega named IPI Press Freedom Hero

Mana hidhaa Qaalitti keessatti hidhamee kan jiru Gazexxeessaa Iskindi Naggaa Dhaabbata preesii sadarkaa addunyaa biraa badhaafamee jira.Dhaabbatti kun kanneen jireenya isaanii wareeguun haala rakkisaa ta’e keessatti illee ituu hin hafiin ooguma Gazexxessummaa qabaniin walabummaa preesiif qooda olaanaa ka gumaachan akksumas walabummaan yaada ofii ibsuu jajjabeessuuf jecha kanneen wareegama baasaniif goota jechuun badhaasa.

Iskidir Naggaaf badhaasa kana kennuuf sababaan tokko seera farra shoroorkaa mootummaan Itiyoophiyaa baase yaada uummataa ukkaamsuuf itti gargaarame jechuun yeroo dheeraaf mormuu isaatiif ta’uun ibsamee jira.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeefadhaa

Gazexxeessaa Iskindir Naggaa Badhaafamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:40 0:00

XS
SM
MD
LG