WAASHINGITAN, DIISII —
Mootummoota abbaa irree biyyoota addunyaarra uggura kaa’udhaaf imaammatoonni baafaman Gamtaa Awroopaa fi Yunaayited Isteets qindoominan hojjachuu dhabuurraa kaayyoo akeekkame gahuu dhabuu isaa gaabaasni dhaabbanni qorannoo Rooyal Yunaaytid Serviis jedhamu baase beeksise.
Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa