Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Ga’iin Ogeessota Seeraa Oromoo Kan Addunyaa Minnesotatti Har’a Jalqabe

Loogoo Waldaa Ogeessoota Seeraa Oromoo
Loogoo Waldaa Ogeessoota Seeraa Oromoo

Ogeessonni seeraa lammiiwwan Oromoo naannoo addunyaa jiran walitti dhufuu dhaan dhaaba tokko kan uummatan waggoota afur dura. Dhabichi walgahii isa ka baranaa har’a Jimaata Adoolessa 28 godina Minisootaatti geggeessaa jira.

Wal Ga’iin Ogeessota Seeraa Oromoo Kan Addunyaas Minnesotatti Har’a Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:53 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG