Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Waayee Hariiroo Afrikaa fi Ameerikaa Waan Jedhan Keessaa


U.S. President Donald Trump
U.S. President Donald Trump

Golli nagaha eegumsaa dhabbata Mootummoota Gamtoomaniis kaleessa marii geggeessera

Pirezdaantiin Yunaaytid Isteets Doonaald Traamp Yaa’ii Mootummoota Gamtoomanii marsaa 72ffaa Niiw Yoorktti geggeeffamaa jiru yeroo hirmaacha jiran kanatti hoggantoota biyyoota Afrikaa wajjin walgahii laaqanaa geggeessan.

Tramp haasahaa isaanii keessatti guddinaa fi nageenya fiduudhaa dameewwan ballaa ta’an irratti arditti wajjin akka hojjatani fi skororkeesitoota falmuu irratti Afrikaa wajjin hojjachuu ishiitiif Yunaaytid Isteets akka boontu dubbatan.

Karaa biraatin golli nagaha eegumsaa dhabbata mootummoota gamtoomanii kaleessa marii geggeessera.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Traamp Waayee Hariiroo Afrikaa fi Ameerikaa Waan Jedhan Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:11 0:00

XS
SM
MD
LG