Xurree ittiin seenan

Bulchiinsa Federaalaatu Rakkoo Qaba jedhu paartilee Mormituu Keessaa Lama

  • VOA

Bulchiinsa Fedeeraalaa gosummaa irratti hirkateen kan ka’e Itiyoophiyaan gara fixiinsa walii barbaachisaa hin taaneetti seent e jechuun paartiin mormituu kan ta’an Meyi'ad fi Semaayawii paartiin ibsan.

Knas kan dhiyeenya kan gaggeeffamee walitti bu’iinsa daangaa bulchiinsa naannoo somaalee fi Oromiyaa akka fakkeenyaatti kaasa ibsi bae.Mootummaan Itiyoophiyaa maal na dhibeedhaan callisee ilaalaa jira jechuun paartileen lameen himatanii jiru.

Motummaan gama isaan dogoggorri jiru kan bulchinsa Federaalaa otoo hin taane kan ilaalcha humnootii sirni kun of keessatti qabatee jiruuti jedha.Tajaajilli oduu Itiyoophiyaa maqaa aangawaa kaasuun akka gabaaseetti walitti bu’iinsa kanaaf mootummaa Federaalaa maqaa dhahuun sirri miti.Kana malees kanneen mootummaa Federaalaa komataa jiran sirri miti jedhanii jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG