Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan MEDREK Ibsa Baasee Jira


Loogoo MEDREK
Loogoo MEDREK

Daangaa bulchiinsa naannoo somaalee fi Oromiyaa akkasumas iddoo biraatti walitti bu’iinsii uumamee gaaffii jijjiramaa uummanni Kaasaa jiru bifa biraa qabsisuuf mootummaan kan qopheeffatedha jechuun gamtaan MEDREK himatee jira.

Lammiwwan biyyatti dhimma kanatti ilaalcha itti kennuun qaamii biraa ituu gidduu hin seeniin rakkoo jiru akka furataniif hubachisee jira.

Mootummaan Itiyoophiyaa gama isaan dhimmi kana qoratee kanneen itti gaafatamoo ta’an seera duratti akka dhiyeessuuf jiru beeksisee jira.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa

Gamtaan MEDREK Ibsa Baasee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:29 0:00

XS
SM
MD
LG