Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Doonaald Traamp Bakka Balaan Laas Veegas Itti Raawwate Daawwatanii Deebi’an


Prezidaant Doonaald Traamp kaleessa kanneen Haleellaa Laas Veegaas keessatti raawwatameen miidhaan irra ga’e namoota 600 ta’an jajjabeessuu, pooisii fi kanneen dursanii biramatan waliin wal arguuf jecha gamasitti imalanii jiran.

Giifti duree Melaania Traamp waliin ta’uu dhaan Traamp hojjettoota yeroo hatattamaa, ogeessota fayyaa kanneen fixiinsa Dilbata darbeetti birmatan galateeffataniiru.

Prezidaant Doonaald Traamp Bakka Balaan Laas Veegas Itti Raawwate Daawwatanii Deebi’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:14 0:00

XS
SM
MD
LG