Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyophiyaa: Nageenya Sudaan Kibbaaf Uggurri Furmaata Hin Ta’u 

  • Iskindir Freew

Sudaan Kibbaa keessatti nageenya fiduuf jecha uggura kaa’uun furmaata akka hin taane dubbata – Ministiriin Dhimma-alaa Itiyoophiyaa. Ejjennoon kun immoo, kanuma ammaan dura mootummoonni biyyoota naannoo ka gurmuu IGAAD ammaan dura dubbataa turan ta’uu illee dubbi-himaan ministirichaa ibsa har’a kennaniin beeksisanii jiran. Hoogganaan garee mormituu Riyaak Machaar akka marii araaraa sanatti hin hirmaanne IGAAD ammaan dura murteessuu isaa illee dubbatan. Gabaasaa Eskindir Firew, Jaallannee tu dhiheessa.

Itiyophiyaa: Nageenya Sudaan Kibbaaf Uggurri Furmaata Hin Ta’u
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:30 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG