Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Butamanii Eessa Buteen Isaanii Dhabamees Yaadatamuu Qabu: Ligii Mirga Dhala Namaa


Liigiin mirga dhala namaa kan Gaanf Afrikaa (HRLHA) Dilbata darbee Amajjii 21 bara 2018 ibsa baasee jira. Kunis mootummaan Itiyoophiyaa namoota 528 eega hikee booda ture.

Namoota sababaa siyaasaan waggoota dheeraaf hidhaman akkasumas ituu himatii irratti hin dhiyaatiin dhoksaan ka’amanii jiran yaaadatamauu qaba jedha jaarmayaan kun.

Keessumaa kanneen bara 1991 kaasee haga ammaatti butamanii fudhatamuun haga ammaatti eessa buuteen isaanii hin beekamne yaadatamuu qabu jechuun yaadachisee qaamoonni dhimmi ilaaluu dhiibbaa akka godhan gaafata.

Gaaffii fi deebii Obbo Gaaromaa Waaqasaa waliin gaggefefame caqasaa.

Kanneen Butamanii Eessa Buteen Isaanii Dhabamees Yaadatamuu Qabu: Ligii Mirga Dhala Namaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:37 0:00

XS
SM
MD
LG